Weellisaa beekamaafi jaalatamaan Oromoo Artist Elemoo Alii Haramaayaatti hojii artistoota gameeyyii yaadachuuf kan oolu gidduugala ''Gola Gameeyyii Artistoota Oromoo' jedhu hundeessuu BBCtti hime.
Kaaba Itoophiyaatti waraana humnoota mootummaa Federaalaafi TPLF gidduutti ji'oota 14 dura jalqabe hordofuun wellistoonni hedduun gama lamaaninuu sirboota lolicha si'eessan gadhiisaa turan. Gama ...